Wanti nama dinqisiisu, namoonni 40 ta’an waggoota kuma tokkoo fi walakkaa keessatti, bakka adda addaatti osoo wal hin argin barreessanis, ergaan Macaafa Qulqulluu tokkummaa qabaachuu isaati. Kunis, barreessaan inni guddaan (Abbaan yaadaa) Waaqayyo ta’uu isaa ragaa guddaadha jedhamee fudhatama. Kaayyoon barreessitoota hundaa waa’ee fayyina namaa fi jaalala Waaqayyoo ibsuudha.
Maatewos, Maarqos, Luqaas, fi Yohannis jireenya fi barsiisa Yesuus irratti xiyyeeffatanii barressan. macaafa qulqulluu eenyutu barreesse